Fardoosa Ti cover art

Fardoosa Ti

M
Mama Hussen

作成日:5月 1, 2026

歌詞

Fardoowsa...fardoowsa
Atoo onnee koo dhuunfattee
Halkaniif guyyaa na waliin jirtaree?
Si yaaduun koo waan hafuu mitiiree?

​Fardoowsa yaanni kee na waliin
Si malee hin danda’u jireenya koo qaliin
Miirri jaalalaa kan kee na mo’eera
Si malee addunyaan koo na duraa dukkanaa’eera.
​
Ija kee kanaan na laaltee fardoowsa
Miira koo keessa na seente
Onnee koo bishaan gootee
Booji’amuu koo na barsiifte.
​Jaalala keetu na dhuunfate
Onnee koo keessa iddoo qabate
Oolte bultee yaanni kee hin hafu
Si yaaduu malee ijji koo hin rafu.

​Fardoowsa... yaada kee keessan jira
Siin malee jireenyi koo anaaf fageenya dha.
Fardoowsa yaanni kee na waliin...