Songtexte
Guyyichi yoom laata?"
ad
Hireen kun akka daakuu Qoree irra facaasanii Nama miilla qullaa Funaansisuuf yaalanii
trrie
Nutti taate jaranaa Falli maali laataa Rakkootu wal dhalee Rakkootti nu laata
nd
Jireenyatu ulafaatee Afaansaa wallaallee Tasa Bitaa nutti galee Wal dhabne wal haalle
Dukkanatu afaan banee Nu liqimsuuf kaataa Rakkinatu daddabalee Fiigee nutti kaataa
Hin darba ofiin jechaa Harra geenye baataa Kan darbu kan cabu Guyyichi yoom laata?.OBSAN DHABIN
Inni guddaan Si hifiatus. Inni xiqqaan Si jifatus.
Fira dhabdee Galtuu taatus. Ari'amtee Biyyaa baatus.
Waraanamtee Dhiigas dhiigaa. Kan ijaartes Namni diigaa.
EGAA.
Daandii dhugaa Irraan dabin. Dararamtus
OBSAN DHABIN. Nii Dhufaa Guyyan Guyya Caalluuti Tanafu OBSAN Hin DHABIN Hunadafu Rabbumaan kadhadhuu....